Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

SAANDUQA 6A

“Mataa Kee fi Areeda Kee Haaddadhu”

“Mataa Kee fi Areeda Kee Haaddadhu”

Hisqiʼel taʼeewwan dhiheenyatti Yerusaalem keessatti raawwataman argisiiseera

  • “Haaddadhu”

    Yihudoonni ni haleelamu, akkasumas ni balleeffamu

  • ‘Madaaliitii Qoqqoodi’

    Murtiin sun taʼe jedhamee fi guutummaatti kan raawwatamu taʼa

  • “Gubi”

    Yihudoonni tokko tokko magaalattii keessatti ni duʼu

  • ‘Rukuti’

    Yihudoonni tokko tokko magaalattiidhaa alatti ni ajjeefamu

  • ‘Bittinneessi’

    Yihudoonni tokko tokko ni oolu; taʼus nagaa hin argatan

  • “Mari”

    Namoonni boojiʼaman tokko tokko gara Yerusaalemitti ni deebiʼu; waaqeffannaa qulqulluunis eegamee itti fufa