Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

SAANDUQA 8B

Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Dubbataman Sadan

1. ‘Isa Mirga Seeraa Qabu’ (Hisqiʼel 21:25-27)

BARA SABOOTAAF MURTEEFFAME (Dh.K.D. BARA 607–Dh.K.B. BARA 1914)

  1. Dh.K.D. BARA 607​—Zedeeqiyaan aangoo irraa buufame

  2. Dh.K.B. BARA 1914​—Yesuus inni Mootummaa Masiihichaa keessatti “mirga seeraa qabu” Mootii fi Tiksee taʼee muudame

Gara boqonnaa 8, keeyyata 12-15tti deebiʼi

2. ‘Tajaajilaan Koo Isaan ni Soora, Tiksee Isaaniis ni Taʼa’ (Hisqiʼel 34:22-24)

GUYYOOTA DHUMAA (Dh.K.B. BARA 1914–ARMAAGEDOON BOODA)

  1. Dh.K.B. BARA 1914​—Yesuus inni Mootummaa Masiihichaa keessatti “mirga seeraa qabu” Mootii fi Tiksee taʼee muudame

  2. Dh.K.B. BARA 1919​—Garbichi amanamaanii fi ogeessi hoolota Waaqayyoo akka tiksuuf muudameera

    Dibamtoonni amanamoo taʼan Masiihicha isa mootii taʼe jalatti walitti qabamu; boodas tuuta uummataa guddaa wajjin tokko taʼu

  3. ARMAAGEDOON BOODA​—Eebbawwan karaa bulchiinsa Mootii kanaa dhufan bara baraaf itti fufu

Gara boqonnaa 8, keeyyata 18-22tti deebiʼi

3. Bara Baraaf ‘Mootiin Tokko Hunda Isaanii ni Bulcha’ (Hisqiʼel 37:22, 24-28)