Sanbadduraa
“Cimi, ija jabaadhus!”—IYAASUU 1:7
GANAMA
-
3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
3:30 Faarfannaa Lakk. 110 fi Kadhannaa
-
3:40 HAASAA DURA TAAʼAA: Yihowaan Madda Ija Jabina Dhugaa Ti (Faarfannaa 28:7; 31:24; 112:7, 8; 2 Ximotewos 1:7)
-
4:10 SIMPOOZIYEMII: Kiristiyaanonni Dhugaan Ija Jabinni kan Isaan Barbaachisu Maaliifi?
-
Lallabuuf (Mulʼata 14:6)
-
Qulqulloota Taʼanii Itti Fufuuf (1 Qorontos 16:13, 14)
-
Siyaasa Irraa Walaba Taʼanii Itti Fufuuf (Mulʼata 13:16, 17)
-
-
5:05 Faarfannaa Lakk. 126 fi Beeksisa
-
5:15 DUBBISA KITAABA QULQULLUU HAALA DIRAAMAATIIN DHIHAATU: “Egaa Cimi, Ija Jabaadhuu Hojjedhu”!(1 Seenaa 28:1-20; 1 Saamuʼel 16:1-23; 17:1-51)
-
5:45 “Si Balleessuudhaaf Miʼi Waraanaa Yoo Qopheeffame Iyyuu, Si Miidhuu hin Dandaʼu” (Isaayaas 54:17;Faarfannaa 118:5-7)
-
6:15 CUUPHAA: ‘Nuti Akka Namoota Duubatti Deebiʼanii Miti’! (Ibroota 10:35, 36, 39; 11:30, 32-34, 36; 1 Pheexiros 5:10)
-
6:45 Faarfannaa Lakk. 38 fi Boqonnaa Laaqanaa
WAAREE BOODA
-
7:45 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
7:55 Faarfannaa Lakk. 69
-
8:00 SIMPOOZIYEMII: Wantoota Ija Jabina Keenya Laaffisanii fi Cimsan
-
Abdii Kutachuu fi Abdii (Faarfannaa 27:13, 14)
-
Gungumuu fi Galateeffachuu (Faarfannaa 27:1-3)
-
Bashannana Gaarii hin Taanee fi Tajaajila Dirree(Faarfannaa 27:4)
-
Michooma Gadhee fi Michooma Gaarii (Faarfannaa 27:5; Fakkeenya 13:20)
-
Ogummaa Addunyaa fi Qoʼannaa Dhuunfaa (Faarfannaa 27:11)
-
Shakkii fi Amantii (Faarfannaa 27:7-10)
-
-
9:30 Faarfannaa Lakk. 60 fi Beeksisa
-
9:40 SIMPOOZIYEMII: Obboloonni Keenya Ija Jabina Argisiisaa kan Jiran Akkamitti?
-
Afriikaa Keessatti (Maatewos 10:36-39)
-
Eeshiyaa Keessatti (Zakaariyaas 2:8)
-
Awurooppaa Keessatti (Mulʼata 2:10)
-
Ameerikaa Kaabaa Keessatti (Isaayaas 6:8)
-
Oshiiniyaa Keessatti (Faarfannaa 94:14, 19)
-
Ameerikaa Kibbaa Keessatti (Faarfannaa 34:19)
-
-
11:05 Loltoota Kiristoos Ija Jabeeyyii Taʼan(2 Qorontos 10:4, 5; Efesoon 6:12-18; 2 Ximotewos 2:3, 4)
-
11:40 Faarfannaa Lakk. 22 fi Kadhannaa Xumuraa