Dilbata
“Jabaadhus! Laphee jabaadhu, Waaqayyoonis eeggadhu!”—FAARFANNAA 27:14
GANAMA
-
3:20 Faarfannaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
3:30 Faarfannaa Lakk. 73 fi Kadhannaa
-
3:40 SIMPOOZIYEMII: Wantoota Gara Fuulduraatti Raawwatamanii fi Ija Jabina Gaafatan
-
Labsii “Nagaa dha, Tasgabbii dhas!” Jedhu (1 Tasalonqee 5:2, 3)
-
Badiisa Baabilon Guddittii (Mulʼata 17:16, 17)
-
Ergaa Akka Dhagaa Cabbii Taʼe Labsuu (Mulʼata 16:21)
-
Waraana Goog Inni Biyya Maagoog Banu (Hisqiʼel 38:10-12, 14-16)
-
Armaagedoon (Mulʼata 16:14, 16)
-
Hojii Deebisanii Ijaaruu Guddicha (Isaayaas 65:21)
-
Qorumsa Isa Xumuraa (Mulʼata 20:3, 7, 8)
-
-
5:10 Faarfannaa Lakk. 8 fi Beeksisa
-
5:20 HAASAA SABAA KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE: Abdiin Duʼaa Kaʼuu Ija Jabeeyyii Taʼuuf kan Nu Gargaaru Akkamitti? (Maarqos 5:35-42;Luqaas 12:4, 5; Yohaannis 5:28, 29; 11:11-14)
-
5:50 Yaadawwan Ijoo Masaraa Eegumsaa
-
6:20 Ija Jabeeyyii Taʼanis Ofitti hin Amanamne! (Fakkeenya 3:5, 6; Isaayaas 25:9; Ermiyaas 17:5-10; Yohaannis 5:19)
-
6:55 Faarfannaa Lakk. 3 fi Boqonnaa Laaqanaa
WAAREE BOODA
-
7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu
-
7:45 Faarfannaa Lakk. 5
-
7:50 “Jabaadhaa! Ani Addunyaa Moʼeera”(Yohaannis 16:33; 1 Pheexiros 2:21, 22)
-
8:10 FIILMII: Seenaa Yoonaas Irraa Ija Jabinaa fi Gara Laafina Baranna (Yoonaas 1-4)
-
9:00 Faarfannaa Lakk. 71 fi Beeksisa
-
9:10 Warra Nu Morman Irra Warra Nuu Wajjin Jirantu Caala!(Keessa Deebii 7:17, 21; 28:2; 2 Mootota 6:16; 2 Seenaa 14:9-11;32:7, 8, 21; Isaayaas 41:10-13)
-
10:10 Faarfannaa fi Kadhannaa Xumuraa