Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bara 1914 Kaasee Addunyaan Kun Jijjiirameera

Bara 1914 Kaasee Addunyaan Kun Jijjiirameera

Kitaabni Qulqulluun taʼeewwan, haalawwanii fi amaloota “guyyoota dhumaa” keessa jiraachaa akka jirru beekuuf nu gargaaran ni ibsa. (2 Ximotewos 3:1) Mallattoowwan kun bara 1914 kaasee karaa kanaan dura taʼee hin beekneen mulʼachaa kan jiran akkamitti akka taʼe ilaali.