Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Michummaa

Michummaa

Michoota namoonni qabaachuu dandaʼan keessaa hunda kan caalan eenyu faʼi?

Fr 25:14; Yoh 15:13-15; Yaq 2:23

Dabalataanis Fak 3:32 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 5:22-24—Heenok Waaqayyoo wajjin michummaa cimaa uumeera

    • Uma 6:9—Noh akkuma abaabayyuu isaa Heenok, Waaqayyoo wajjin deemeera

Michoota gaarii qabaachuun kan nu barbaachisu maaliifi?

Fak 13:20; 17:17; 18:24; 27:17

Dabalataanis Fak 18:1 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Rut 1:16, 17—Ruut Naaʼomiidhaaf michuu amanamtuu taateetti

    • 1Sa 18:1; 19:2, 4—Yonaataanii fi Daawit michummaa cimaa uumaniiru

    • 2Mo 2:2, 4, 6—Eelsaaʼi leenjisaa isaa Eeliyaasitti jaalala amanamaa argisiiseera

Namoota akkuma keenya Yihowaa waaqeffatanii wajjin yeroo hundumaa walitti qabamuu kan qabnu maaliifi?

Michoota gaarii qabaachuu kan dandeenyu akkamitti?

Namoota Yihowaa hin jaallannetti michoomuun balaawwan akkamii qaba?

Fak 13:20; 1Qo 15:33; Efe 5:6-9

Dabalataanis 1Ph 4:3-5; 1Yo 2:15-17 ilaali

Dabalataanis “Addunyaatti Michoomuu” isa jedhu ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 34:1, 2—Diinaan michoota gadhee waan filatteef miidhaa guddaan ishiirra gaʼeera

    • 2Se 18:1-3; 19:1, 2—Yihowaan Yoshaafaax Mootichi Ahaab Mooticha isa hamaa taʼee wajjin michuu akka hin taane isatti himee ture

Namoota Yihowaa hin waaqeffannee wajjin matumaa wal qunnamuu hin qabnuu?

Nama cuuphamee tajaajilaa Yihowaa hin taanee wajjin gaaʼela godhachuun dogoggora kan taʼe maaliif?

Gaaʼela” isa jedhu ilaali

Namoota gumiidhaa baafamanitti michoomuu kan hin qabne maaliifi?