Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Of Jajuu

Of Jajuu

Fr 94:4; 1Qo 13:4; Yaq 3:5, 14

Dabalataanis Fak 21:24; Er 9:23, 24 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Abo 7:1-7—Injifannoo kan isaaniif kennu isa akka taʼe ifa gochuuf, Yihowaan loltoota Giidewon gara 300​tti hirʼiseera

    • 2Mo 18:28-35—Mootiin Asoor Senaaheriib karaa dubbii himaa isaa, Yihowaan Yerusaalemiin Asoor irraa oolchuu akka hin dandeenye of tuulummaadhaan dubbatee ture