Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Hojiiwwan Gargaarsaa

Hojiiwwan Gargaarsaa

Yihowaan arjummaa argisiisuurratti fakkeenya guddaa kan taʼu akkamitti?

Kennaan Waaqayyo itti hin gammanne, kennaa akkamiiti?

Mat 6:1, 2; 2Qo 9:7; 1Ph 4:9

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 4:3-7; 1Yo 3:11, 12—Aarsaan Qaayin dhiheesse Waaqayyo duratti fudhatama kan dhabe maaliifi?

    • HoE 5:1-11—Anaaniyaasii fi Saphiiraan kennaa kennaan ilaalchisee waan sobanii fi kakaʼumsi isaanii sirrii waan hin turreef adabamaniiru

Kennaa akkamiitu Waaqayyoon gammachiisa?

Mat 6:3, 4; Rom 12:8; 2Qo 9:7; Ibr 13:16

Dabalataanis HoE 20:35 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Luq 21:1-4—Kennaan dubartiin abbaan manaa irraa duʼe kennite xinnoo taʼus, Yesuus arjummaadhaan waan kenniteef ishii dinqisiifateera

Jaarraa jalqabaatti buusiin godhamaa kan ture akkamitti?

HoE 11:29, 30; Rom 15:25-27; 1Qo 16:1-3; 2Qo 9:5, 7

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • HoE 4:34, 35—Kiristiyaanonni jaarraa jalqabaa arjummaadhaan kennaniiru, ergamoonnis kennaa kana obboloota gargaarsi isaan barbaachisuuf kennaniiru

    • 2Qo 8:1, 4, 6, 14—Gumiin jaarraa jalqabaa namoota isaan barbaachisuuf gargaarsa gochuuf qophii godhee ture

Kiristiyaanonni maatii isaanii fi obboloota isaaniitiif itti gaafatamummaa akkamii qabu?

Kitaabni Qulqulluun hiyyeeyyiidhaaf maal gochuu akka qabnu barsiisa?

Namoonni hunda caalaa gargaarsi hafuuraa akka isaan barbaachisu wanti argisiisu maalidha?

Mat 5:3, 6; Yoh 6:26, 27; 1Qo 9:23

Dabalataanis Fak 2:1-5; 3:13; Lal 7:12; Mat 11:4, 5; 24:14 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Luq 10:39-42—Yesuus, Maartaan wantoota hafuuraatiif dursa kennuun barbaachisaa taʼuusaa akka hubattu ishee gargaareera