Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kiristiyaanota

Kiristiyaanota

Duuka buutonni Yesuus maqa Kiristiyaanota jedhu kan argatan akkamitti?

Wanti Kiristiyaanota dhugaa adda baasee beeksisu maalidha?

Kiristiyaanonni dhugaan fayyina kan argatan karaa eenyuutiini?

Kiristiyaanonni, Kiristoos isa Mootiisaanii isa samii taʼeef kan bitaman maaliifi?

Kiristiyaanonni dhugaan dhimmoota addunyaa kanaa keessa kan hin galle maaliifi?

Kiristiyaanonni dhugaan mootummootaaf kan ajajaman maaliifi?

Rom 13:1, 6, 7; Tit 3:1; 1Ph 2:13, 14

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Mat 22:15-22—Yesuus duuka buutonnisaa gibira kan kaffalan maaliif akka taʼe ibseera

    • HoE 4:19, 20; 5:27-29—Duuka buutonni Yesuus mootummootaaf kan ajajaman, hamma seera Waaqayyoo akka cabsan hin gaafatamnetti akka taʼe argisiisaniiru

Kiristiyaanonni loltoota kan taʼan karaa kamiini?

Kiristiyaanonni wanta itti amananii wajjin wal simanii jiraachuu kan qaban maaliifi?

Mat 5:16; Tit 2:6-8; 1Ph 2:12

Dabalataanis Efe 4:17, 19-24; Yaq 3:13 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • HoE 9:1, 2; 19:9, 23—Waaqeffannaan Kiristiyaanotaa “Daandicha” jedhameera, kunimmoo akkaataa jireenyaa isaan hordofan argisiisa

Kiristiyaanonni dhugaan, dhugaa baatota Yihowaa taʼuu kan qaban maaliif?

Kiristiyaanonni dhugaan, dhugaa baatota Yesuusis taʼuu kan qaban maaliifi?

Kiristiyaanonni dhugaan hundi misiraachicha labsuu kan qaban maaliifi?

Kiristiyaanonni ariʼatamaaf ilaalcha akkamii qabaachuu qabu?

Ariʼatama” isa jedhu ilaali

Kiristiyaanonni dhugaan hundi Yesuusii wajjin samii keessa jiraatuu?

Kiristiyaanonni dhugaan harki caalaansaanii abdii akkamii qabu?

Kiristiyaanonni dhugaan amantiiwwan Saba Kiristiyaanaa hunda keessa jiruu?

Namoonni Kiristiyaana ofiin jedhan hundi dhuguma duuka buutota Yesuusidhaa?

Mat 7:21-23; Rom 16:17, 18; 2Qo 11:13-15; 2Ph 2:1

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Mat 13:24-30, 36-43—Yesuus, fakkeenya gara fuulduraatti Kiristiyaanonni sobaa hedduun jiraachuu akka dandaʼan argisiisu dubbateera

    • 2Qo 11:24-26—Phaawulos ergamaan balaawwan isa mudatan keessaa tokko “obboloota sobaa” akka taʼan dubbateera

    • 1Yo 2:18, 19—Yohaannis ergamaan “mormitoonni Kiristoos baayʼeen” yeroo sanayyuu dhugaa dhiisanii akka turan dubbateera