Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Yihowaatti Amanamuu

Yihowaatti Amanamuu

Fak 3:5, 21-26; Isa 26:3, 4; Er 17:7, 8

Dabalataanis Fr 34:8; 40:4, 5; Fak 20:22; Isa 30:15 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 1Se 5:18-20, 22—Gosoonni Israaʼel muraasni, waraana irratti milkaaʼina kan argatan Yihowaatti waan amanamaniif ture

    • 2Se 14:9-13—Mootichi Aasaan, diinonni nama sodaachisan yeroo isatti dhufanitti Yihowaatti kadhannaa dhiheesseera, akkasumas isatti amanameera