Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Wanta Qabnutti Gammaduu

Wanta Qabnutti Gammaduu

Fr 30:8, 9; 1Xi 6:6-8; Ibr 13:5

Dabalataanis Mat 6:11, 19-21, 24-33; HoE 20:35; Flp 4:11-13 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 1Mo 17:8-16—Yihowaan dubartii Saraaptaa abbaan manaa irraa duʼeef qabeenya guddaa utuu hin taʼin, nyaata gaʼaa guyyaa guyyaadhaan ishii barbaachisu ishiif kennuudhaan ishii kiiseera; wanta qabnutti gammaduu ilaalchisee seenaa kanarraa barumsa gaarii arganna