Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ija Jabina

Ija Jabina

Kes 31:6; Fr 31:24; Yoh 16:33

Dabalataanis Fr 27:1, 2, 13, 14; HoE 28:15; Flp 1:14

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Iya 1:1-3, 8, 9—Iyaasuun hojii fuuldurasaa jiru ija jabinaan akka raawwatu Yihowaan isa jajjabeesseera

    • HoE 16:12, 22-24; 17:1, 2; 1Ta 2:2—Phaawulos Ariʼatamni cimaan isarra gaʼus ija jabina lallabuusaa itti fufuuf isa barbaachisu argateera