Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Murtoo

Murtoo

Murtoo gaarii gochuuf sammuu fi garaa keenya qopheessuu kan dandeenyu akkamitti?

Yeroo murtoowwan barbaachisoo taʼan goonutti jarjaruu kan hin qabne maaliifi?

Yeroo murtoo goonutti garaa keenya isa cubbamaa taʼetti amanamuu kan hin qabne maaliifi?

Fak 28:26; Er 17:9

Dabalataanis Lak 15:39; Fak 14:12; Lal 11:9, 10 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 2Se 35:20-24—Yosiyaas inni Mootii gaarii ture gorsa Yihowaa irraa madde dhaggeeffachuu dhiisee Nekoo isa mootii Gibxii taʼe irratti waraana baneera

Yeroo murtoo cimaa goonutti kadhannaan hammam barbaachisaadha?

Flp 4:6, 7; Yaq 1:5, 6

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Luq 6:12-16—Yesuus ergamootasaa 12n filachuusaa dura halkan guutuu kadhateera

    • 2Mo 19:10-20, 35—Hisqiyaas Mootichi yeroo doorsisni cimaan isarra gaʼetti gara Yihowaatti kadhannaa dhiheesseera, Yihowaanis isa oolcheera

Qajeelfama hundarra caaluu fi murtoo gaarii gochuuf nu gargaaru eenyurraa argachuu dandeenya? Innoo murtoo gaarii akka goonu kan nu gargaaru akkamitti?

Fr 119:105; Fak 3:5, 6; 2Xi 3:16, 17

Dabalataanis Fr 19:7; Fak 6:23; Isa 51:4 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • HoE 15:13-18—Qaamni olaanaan Yerusaalem keessa ture yeroo murtoo guddaa gochuuf jedhetti Kitaaba Qulqulluurraa qajeelfama argachuuf yaaleera

Dhimmoota kanneen irratti yommuu murtoo goonu:

Dhimma jireenya keessatti nu mudatu hundarratti

Qacaramanii hojjechuu

Hojii” isa jedhu ilaali

Bohaartii

Bashannana” isa jedhu ilaali

Gaaʼela

Gaaʼela” isa jedhu ilaali

Yaalii fayyaa

Lew 19:26; Kes 12:16, 23; Luq 5:31; HoE 15:28, 29

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • HoE 19:18-20—Kiristiyaanonni Efesoon gocha hafuurota hamoo guutummaatti dhiisaniiru

Galma hafuuraa

Itti fayyadama yeroo

Efe 5:16; Qol 4:5

Dabalataanis Rom 12:11 ilaali

Kiristiyaanonni bilchaatoon murtoo gaarii akka goonu nu gargaaruu kan dandaʼan akkamitti?

Iyo 12:12; Fak 11:14; Ibr 5:14

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 1Mo 1:11-31, 51-53—Baat Sheebaan gorsa Naataan raajichi ishiif kenne fudhatteetti, kunis ishii fi ilma ishii Solomoon duʼarraa oolcheera

Warri kaan murtoo akka nuuf godhan gaafachuu kan hin qabne maaliifi?

Qajeelfama Waaqayyoo hojiirra oolchuu kan qabnuu fi qajeelfama sana salphisnee ilaaluu kan hin qabne maaliifi?

Fr 18:20-25; 141:5; Fak 8:33

Dabalataanis Luq 7:30 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 19:12-14, 24, 25—Loox waaʼee badiisa gaʼuuf jedhuu namoota intaloota isaa kaadhimatanii turan lamaan akeekkachiisee ture, isaan garuu salphisanii ilaalaniiru

    • 2Mo 17:5-17—Israaʼeloonni irra deddeebiʼanii gorsa Yihowaa dhaggeeffachuu waan didaniif boojuudhaan gara biyya biraatti geeffamaniiru

Yeroo murtoo goonutti qalbii keenya dhaggeeffachuu kan qabnu maaliifi?

Wanta murtoon keenya geessisuu dandaʼu dursinee irratti yaaduun keenya gaarii kan taʼe maaliifi?

Dhiibbaa murtoon keenya warra kaanirratti geessisu

Dhiibbaa murtoon keenya jireenya keenya gara fuulduraa irratti geessisu

Dhiibbaa murtoon keenya hariiroo Yihowaa wajjin qabnu irratti geessisu

Murtoo gooneef itti gaafatamummaasaa fudhachuu kan qabnu maaliifi?

Rom 14:4, 10, 12; Gal 6:5

Dabalataanis 2Qo 5:10 ilaali