Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Gumiidhaa Baasuu

Gumiidhaa Baasuu

Jaarsoliin qulqullina gumiichaa eeguuf dammaqoo taʼuu kan qaban maaliifi?

Gochi Kiristiyaana tokkoo guutummaa gumichaa miidhuu kan dandaʼu akkamitti?

1Qo 5:1, 2, 5, 6

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Iya 7:1, 4-14, 20-26—Cubbuun Akaanii fi maatiinsaa raawwatan guutummaa sabichaarratti balaa fideera

    • Yon 1:1-16—Yoonaas raajichi finciluunsaa lubbuu namoota isa faana doonirra jiran hundumaa balaaf saaxilee ture

Kiristiyaanni tokko miseensa gumii taʼee itti fufuuf gocha akkamiirraa fagaachuu qaba?

Kiristiyaanni cuuphame tokko cubbuu cimaa hojjechuusaa yoo itti fufe maaltu godhamuu qaba?

1Qo 5:11-13

Dabalataanis 1Yo 3:4, 6 ilaali

Tiksitoonni muudaman cubbuu raawwatame tokko ilaalchisee murtii dabarsuu isaanii dura odeeffannoo akkamii walitti qabachuu qabu?

Jaarsoliin koree murtii keessa tajaajilan cubbuu cimaan raawwatamuusaa kan mirkaneeffatan akkamitti?

Namoota tokko tokko gumiidhaa baasuun ykn isaan adabuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Kunoo gumichaaf faayidaa akkamii qaba?

Kitaabni Qulqulluun hariiroo namoota gumiidhaa baafamanii wajjin qabnu addaan kutuu akka qabnu dubbata

Namni gumiidhaa baafame tokko yeroo booda yoo yaada geddarate deebiʼee miseensa gumii taʼuu dandaʼaa?

2Qo 2:6, 7

Dabalataanis “Yaada Geeddarachuu” isa jedhu ilaali

Hundi keenyayyuu qulqullina gumiitiif gumaacha akkamii gochuu dandeenya?

Lew 5:1; Ibr 12:15, 16

Dabalataanis Kes 13:6-11 ilaali

Kiristiyaanni cubbuu cimaa raawwate tokko tarii gumiidhaan baafama jedhee sodaachuudhaan cubbuu raawwate dhoksuunsaa dogoggora kan taʼe maaliifi?

Fr 32:1-5; Fak 28:13; Yaq 5:14, 15

Dabalataanis “Cubbuu—Cubbuu Himachuu” isa jedhu ilaali

Namni tokko gumiidhaa kan hin baafamne taʼus, yeroo tokko tokko hariiroo isaa wajjin qabnu daangessuu kan qabnu maaliifi?

Kiristiyaanni tokko maqaansaa yoo balleeffame ykn yoo gowwoomfame maal gochuuf filachuu dandaʼa? Maaliifi?

Kiristiyaanonni bilchaatoon warra hubannaadhaan hin deddeebine gorsuu kan qaban maaliifi?