Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Amantii

Amantii

Yihowaan amantiidhaaf iddoo guddaa akka kennu akkamitti beekuu dandeenya?

Yoh 3:16, 18; Gal 3:8, 9, 11; Efe 6:16; Ibr 11:6

Dabalataanis 2Qo 5:7 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Ibr 11:1–12:3—Phaawulos hiika amantiin qabu ibseera; akkasumas Abeel irraa jalqabee hamma Yesuus Kiristoositti namoota amantii qabaachuu irratti fakkeenya taʼan hedduu caqaseera

    • Yaq 2:18-24—Yaaqoob amantiin keenya hojiidhaan deggeramuu akka qabu ibsuuf fakkeenya Abrahaamitti fayyadameera

Amantii keenya cimsachuuf maaltu nu gargaara?

Rom 10:9, 10, 17; 1Qo 16:13; Yaq 2:17

Dabalataanis Ibr 3:12-14 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 2Se 20:1-6, 12, 13, 20-23—Sabni Waaqayyoo yeroo diinonni isaanii isaan haleelanitti, Yoshaafaax Mootichi sabichi injifannoo argachuuf Yihowaa fi raajota isaatti amanamuu akka qaban isaanitti himeera

    • 1Mo 18:41-46—Eeliyaas raajichi, Yihowaan ongee yeroo dheeraaf ture dhaabsisuuf waadaa gale hamma raawwatutti obsaan eeguudhaan amantii akka qabu argisiiseera