Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Sodaa

Sodaa

Romʼuu

Kes 20:8; Abo 7:3; Fak 29:25

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Bau 32:1-4, 21-24—Aaron, siidaa jabbii akka tolchu sabichi yeroo dhiibbaa isarratti godhetti sodaa namaatiin moʼameera

    • Mar 14:50, 66-72—Ergamoonni hundi sodaa namaatiin moʼamuudhaan Yesuusiin dhiisanii baqataniiru, Pheexiros immoo Kiristoosiin ganeera

  • Caqasoota nama jajjabeessan:

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si jajjabeessu:

    • 2Se 20:1-17, 22-24—Yoshaafaax Mootichii fi sabni Waaqayyo diinoota hedduu fi humna guddaa qaban sodaatanii turan, taʼus Yihowaan tajaajiltoota isaa jajjabeesseera akkasumas oolcheera

    • Luq 12:4-12—Yesuus duuka buutonnisaa nama sodaachuu akka hin qabne ykn abbootii taayitaa duratti maal jennee falmanna jedhanii sodaachuu akka hin qabne isaan barsiiseera