Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Addunyaatti Michoomuu

Addunyaatti Michoomuu

Namoota hin amanne kan toʼatu eenyudha?

Efe 2:2; 1Yo 5:19

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Luq 4:5-8—Seexanni mootummaa addunyaa kanarratti bulchaa isa gochuuf Yesuusiif affeerraa dhiheessee ture; Yesuusis Seexanni aangoo akkasii akka qabu hin haalle

Michuu addunyaa taʼuu barbaaduun hariiroo Yihowaa wajjin qabnu irratti miidhaa akkamii geessisa?

Yaq 4:4; 1Yo 2:15, 16

Dabalataanis Yaq 1:27 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 2Se 18:1-3; 19:1, 2—Yoshaafaax Mootichi, Ahaab Mooticha isa hamaa akka taʼe isatti murteeffametti waan michoomeef Yihowaan isatti dheekkameera

Addunyaa kanaaf ilaalcha Yihowaan qabu qabaachuun keenya, namoota michuu godhannu filachuu irratti dhiibbaa akkamii godha?

Michummaa” isa jedhu ilaali

Ilaalcha addunyaan qabeenyaaf qabu irraa fagaachuu kan qabnu maaliif?

Qabeenya Jaallachuu” isa jedhu ilaali

Ilaalcha addunyaan fedhii fooniif qaburraa fagaachuu kan qabnu maaliifi?

Kiristiyaanonni dhiira tokkoof, dubartii tokkoof ykn jaarmiyaa tokkoof ulfina waaqeffannaa wajjin wal gitu kennuu kan hin qabne maaliif?

Mat 4:10; Rom 1:25; 1Qo 10:14

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • HoE 12:21-23—Heroodis Agriiphaa Tokkoffaan ulfina Waaqaaf kennamuu qabu waan fudhateef Yihowaan isa rukuteera

    • Mul 22:8, 9—Maleekaan tokko waaqeffannaan Yihowaa qofaaf akka malu dubbachuudhaan Yohaannis ergamaan akka isaaf hin sagadne isa dhowweera

Kiristiyaanonni siyaasarraa walaba kan taʼanii fi sabboonummaa irraa kan fagaatan maaliifi?

Kiristiyaanonni amantaa kaan keessa galuurraa kan fagaatan maaliifi?

Amantaa Walitti Makuu” isa jedhu ilaali

Kiristiyaanonni ulaagaa Yihowaa laaffisuu kan hin qabne maaliif?

Addunyaan kun yeroo baayʼee duuka buutota Kiristoos kan jibbuu fi kan ariʼatu maaliif?

Addunyaa kana jaallachuun gowwummaa kan taʼe maaliifi?

Kiristiyaanonni warra Yihowaa hin tajaajilletti jaalalaa fi gaarummaa argisiisuu kan dandaʼan akkamitti?

Kiristiyaanonni seera mootummaa, bulchitootaa fi abbootii taayitaa kabajuu kan qaban maaliifi?

Mat 22:21; Rom 13:1-7

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • HoE 25:8; 26:2, 25—Phaawulos ergamaan seeraaf ni ajajama akkasumas bulchitoota ni kabaja ture