Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Firii Hafuura Waaqayyoo

Firii Hafuura Waaqayyoo

Firiin hafuura Yihowaa maalidha? Hafuura qulqulluu argachuu yoo barbaanne gad of qabuu kan qabnu maaliif?

Gal 5:22, 23; Yaq 4:6

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Fr 143:1, 4-11—Daawit Mootichi yeroo baayʼee dhiphatee turetti wanta Yihowaan raawwatu irratti xiinxaleera, akkasumas hafuura qulqulluu argachuuf kadhateera

    • Luq 11:9-13—Yesuus Yihowaan warra hafuura qulqulluu argachuuf kadhataniif hafuura isaa kennuuf fedhii guddaa akka qabu argisiisuuf fakkeenya tokkotti fayyadameera