Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Arjummaa

Arjummaa

Fak 11:25; HoE 20:35; 2Qo 9:11

Dabalataanis Fak 19:17; Mat 10:8; Luq 6:38 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 1Se 22:6-16—Daawit Mootichi, mana qulqullummaa ijaaruun kan isaaf hin heyyamamne taʼus, ijaarsichaaf kennaa guddaa kenneera

    • 1Mo 17:8-16—Dubartiin Saraaptaa abbaan manaa irraa duʼe nyaata xinnoo ishii fi ilma ishii qofaaf taʼu kan qabdu taʼus, Eeliyaas raajichaaf kenniteetti