Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Akaakayyuu fi Akkoo

Akaakayyuu fi Akkoo
  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 1Mo 15:9-13—Aasaan Mootichi akkoo isaarratti ija jabinaan tarkaanfii fudhachuudhaan, hariiroon inni maatii isaa wajjin qabu Yihowaadhaaf amanamaa akka hin taane akka isa taasisu heyyamuu dideera

    • Fak 13:22—Akaakayyuu fi akkoon dhaala hafuuraa guddaa maatii isaaniif kennuu dandaʼu

    • 2Xi 1:5; 3:14, 15—Looyis ishiin akkoo Ximotewos taate amantii fakkeessaa hin qabne waan qabduu fi Ximotewosiin ijoollummaadhaa kaastee waan leenjisteef galateeffamteetti