Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Waaqolii Tolfamoo Waaqeffachuu

Waaqolii Tolfamoo Waaqeffachuu

1Qo 5:11; 10:14; Qol 3:5

Dabalataanis Kes 4:25, 26; Isa 42:8; 1Yo 5:21 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Isa 44:9-20—Yihowaan karaa Isaayyaas raajicha waaqolii tolfamoo waaqeffachuun gowwummaa akka taʼe ibseera

    • Dan 3:1-30—Dargaggoonni Ibrootaa michoota Daaniʼel raajichaa taʼan sadan waaqa tolfamaa waaqeffachuu mannaa ibiddaan ajjeefamuu filataniiru