Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Hinaaffaa

Hinaaffaa

Hinaaffaa Sirrii hin Taane

Fak 14:30; 1Qo 13:4

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 4:3-8—Qaayin Abeelitti hinaafee ture. Hinaaffaansaa kunis akka inni isa jibbuu fi akka isa ajjeesu isa taasiseera

    • Uma 37:9-11—Obboloonni Yooseef isatti hinaafanii turan

    • 1Sa 18:6-9—Saaʼol Mootichi Daawititti waan hinaafeef ija shakkiitiin isa ilaaluu jalqabe

Hinaafuu; goomachuu

Hinaaffaa irraa fagaachuuf maaltu nu gargaara?