Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Gammachuu

Gammachuu

Yihowaan gammadaa akka taʼe wanti argisiisu maalidha?

Gammaduuf sababiiwwan akkamii qabna?

Fr 100:2; Lal 8:15; Isa 65:14, 18; Flp 4:1, 4

Dabalataanis Fr 64:10; Isa 61:10; Mat 5:11, 12 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Fr 16:7-9, 11—Daawit faarfatichi Yihowaatti dhihaachuudhaan gammachuu hedduu argateera

    • Ibr 12:1-3—Nutis abdii waan qabnuuf, yeroo rakkinaatti illee, akkuma Yesuus gammaduu akka dandeenyu Phaawulos ergamaan ibseera