Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Garraamummaa

Garraamummaa

Yihowaan garraamummaa akka argisiisu akkamitti beekna?

Mat 11:28, 29; Yoh 14:9

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 1Mo 19:12—Eeliyaas raajichi yeroo dhiphatee turetti Yihowaan ‘sagalee tasgabbii qabuu fi laafaa’ taʼeen isatti dubbateera

    • Yon 3:10–4:11—Yoonaas aariidhaan Yihowaatti kan dubbate taʼus, inni garraamummaadhaan waaʼee gara laafinaa isa barsiiseera

Garraamii taʼuu kan dandeenyu akkamitti?

Fak 15:1; Efe 4:1-3; Tit 3:2; Yaq 3:13, 17; 1Ph 3:15

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Lak 11:26-29—Iyyaasuun namoonni kaan raajii akka hin dubbanne akka isaan dhowwu yeroo isatti himetti, Museen garraamummaadhaan deebii isaaf kenneera

    • Abo 8:1-3—Giidewon inni abbaa murtii taʼe, garraamii taʼuunsaa haala balaa guddaa geessisuu dandaʼu tokko tasgabbeesseera