Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Nagaa

Nagaa

Yihowaan nagaadhaaf iddoo guddaa akka kennu wanti argisiisu maalidha?

Warra kaanii wajjin caalaatti nagaa qabaachuu kan dandeenyu akkamitti?

Fr 119:165; Isa 48:17, 18; Rom 12:17-21; Flp 4:6-9

Dabalataanis Yoh 16:33; Efe 6:14, 15; Qol 3:15 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 32:9-21; 33:1-4—Yaaqoob obboleessa isaa Esaawuu wajjin nagaa uumuuf carraaqqii cimaa godheera

    • Mat 5:23-26—Yesuus barbaachisummaa fi faayidaa nagaa uumuun qabu ibseera