Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Poornoogiraafii

Poornoogiraafii

Iyo 31:1; Fr 101:2, 3; Mat 5:27-30; Qol 3:5

Dabalataanis 1Qo 6:18; Efe 4:17-19 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 6:1, 2; Yih 6—Maleekonni tokko tokko hawwii guddaadhaan dubartoota ilaalaniiru, kunis badiisaaf isaan saaxileera

    • 2Sa 11:2-4—Daawit Mootichi ejjaa fi ajjeechaa akka raawwatu kan isa taasise haati manaa nama kan biraa yommuu dhaqna dhiqattu ilaaluu isaa ture