Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Of tuulummaa

Of tuulummaa

Fak 11:2; 13:10

Dabalataanis Fak 21:24 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 2Sa 6:6, 7—Uuzaan of tuuluudhaan Taabota kakuu Yihowaa tuqeera; kabaja dhabuu fi ajajamuu diduu isaa kanaan kan kaʼes rukutameera

    • 2Se 26:16-21—Ooziyaa Mootichi ilaalcha isaa fi gocha isaa isa of tuultuu akka taʼe argisiisuuf adabameera