Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Koora

Koora

Koora; of bokoksuu

Fr 138:6; Fak 16:5, 18; Yaq 4:6, 16

Dabalataanis Fak 21:4 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • As 5:9-14; 7:9, 10—Haamaan inni baayʼee kooru Mordekaay isaaf sagaduu diduu isaatti akka tuffatame isatti dhagaʼameera, koorri isaa kunis booda isa ajjeesiseera

    • His 28:11-15, 17, 19—Mootiin Xiiros qabeenyaa fi jabina isaatiin kan kaʼe of bokokseera; kanaan kan kaʼes, booda ajjeefameera