Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Yaada Ofiitti Cichuu Dhiisuu

Yaada Ofiitti Cichuu Dhiisuu

Kiristiyaanonni yaada isaaniitti cichuu kan hin qabne maaliifi?

Flp 4:5; Tit 3:2; Yaq 3:17

Dabalataanis 1Xi 3:2, 3 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Uma 18:23-33—Yihowaan, Abrahaam waaʼee badiisa Sodoomii fi Gomoraa yeroo isa gaafatu obsaan isa dhaggeeffateera

    • Uma 19:16-22, 30—Yihowaan, yeroo Loox ‘gara gaarotaatti baqachuu mannaa gara Zoʼaarittan baqadha’ isaan jedhetti tole isaan jechuudhaan sababa qabeessa taʼuusaa argisiiseera

    • Mat 15:21-28—Yesuus wanta dubartiin Fiinqee amantii cimaa qabdu tokko isa kadhatte isheedhaaf raawwachuudhaan yaada isaatti akka hin cichine argisiiseera