Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Bashannana

Bashannana

Kiristiyaanonni yeroo tokko tokko boqochuu fi bohaaruun isaanii sirriidhaa?

Lal 2:24; 3:12, 13; 4:6

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Mar 6:31, 32—Yesuus hojii hedduu hojjetaa kan ture taʼus, barattoota isaa wajjin iddoo namni hin jirretti waliin boqochuu akka qaban yaada dhiheesseera

Bashannanni sochii hafuuraatiif yeroo akka nu hin dhabsiisne qajeelfama isa kamtu nu gargaaruu dandaʼa?

Bohaartii ykn bashannana halalummaa jajjabeessu irratti hirmaachuu kan hin qabne maaliifi?

Bashannana dheekkamsa ykn wal morkii cimaa jajjabeessu irratti hirmaachuu kan hin qabne maaliifi?

Bashannana yakka jajjabeessu irraa fagaachuu kan qabnu maaliifi?

Kiristiyaanonni qoosaa akkamii qoosuu hin qaban?

Bohaartii fi bashannana ilaalchisee yeroo murtoo goonu qalbii warra kaaniitiif yaaduu kan qabnu maaliifi?