Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Of Toʼachuu

Of Toʼachuu

Yihowaan akka of toʼatu kan argisiise akkamitti?

Jireenya keenya keessatti of toʼachuun kan nu barbaachisu yoomfaʼi?

Fak 16:32; 25:28; 1Qo 9:25, 27

Dabalataanis 2Xi 2:23-25; Tit 1:7, 8 ilaali

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • 2Sa 16:5-14—Daawit Mootichi yeroo Shimeʼiin garmalee isa abaaree fi isa salphisetti of toʼateera

    • 1Ph 2:21-23—Pheexiros ergamaan, Yesuus yeroo arrabsamee fi dhiphifametti baayʼee akka of toʼate ibseera

Dandeettii of toʼachuu keenya cimsachuuf maaltu nu gargaara?

Luq 11:9-13; Gal 5:22, 23; Efe 4:23, 24; Qol 4:2

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Luq 11:5-8—Yesuus yeroo hundumaa gargaarsa gaafachuun keenya barbaachisaa akka taʼe ibseera