Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Waraana

Waraana

Bara keenyatti waraanni hedduun ni jiraata kan jennu maaliifi?

Mat 24:3, 4, 7, 8

  • Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:

    • Dan 11:40—Daaniʼel raajichi guyyoota dhumaatti mootummoonni humna guddaa qaban lama akka wal dhiiban ykn akka wal morkatan mulʼataan argeera

    • Mul 6:1-4—Yohaannis ergamaan farda diimaa waraana argisiisu tokko mulʼataan argeera; mulʼata kanarratti inni fardicharra taaʼee jiru ‘nagaa lafa irraa akka fuudhu’ isaaf heyyamameera

Yihowaan waraana namoonni geggeessan maal godha?

Kiristiyaanonni waraana saboonni geggeessan irratti kan hin hirmaanne maaliifi?

Yihowaa fi Mootiin inni loltuu Yihowaa taʼe waraana akkamii geggeessu?

Waraanni Kiristiyaanonni irratti hirmaatan isa kam qofadha?

Gumii keessatti amaloota waraana kakaasan, kan akka falmii ykn haaloo baʼuu jiran irraa fagaachuu kan dandeenyu akkamitti?