Bara baraaf gammachuudhaan jiraachuun ni dandaʼamaa?
Ati maal jetta?
Eeyyee.
Lakki.
Tarii.
KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?
“Qajeelonni lafa ni dhaalu, bara baraafis ishii irra ni jiraatu.”—FAARFANNAA 37:29.
WANTI KITAABNI QULQULLUUN JEDHU KUN KAN SI FAYYADU AKKAMITTI?
Maatii kee fi michoota kee wajjin gara fuulduraatti jireenya gammachiisaa fi nagaa qabu jiraatta.—ERMIYAAS 29:11.
Yeroo gabaabaadhaaf qofa utuu hin taʼin, bara baraaf gammachuudhaan jiraatta.—FAARFANNAA 22:26.
DHUGUMAAN ABDII KITAABNI QULQULLUUN KENNUTTI AMANUU DANDEENYAA?
Eeyyee! Sababii isaa beekuuf ragaa barumsawwan sadan birooshura kanaa keessatti kenname ilaali. Mata dureen isaanii kanadha: