FAARFANNAA 154
Jaalala hin Badne
1. Laali jaalala
Hundi keenya qabnu;
Iddoo biraatt’ hin arginu.
Addunyaa moofaa
Kana keessaa baanee,
Obboloota dhugaa ʼrganne.
(BUUSAA DURA)
Jaalalli yoomuuʼn badu,
Jabaatee dhaabbata.
(BUUSAA)
Jaalalaʼn badne
Yihowaan kan kennu.
Jaalala ʼnnuu.
Nu barbaachisa
Jaalalli jireenyaaf.
Jaalalli qabnu kun,
Nu jalaa hin badin;
Haa jiraatu.
2. Rakkinni keenya
Yeroo tokko tokko
Ulfaatee gadi nu cabsa.
Wal yaadachiisna
Abdii akka qabnu,
Yihowaanis nu kunuunsa.
(BUUSAA DURA)
Jaalalli yoomuuʼn badu,
Jabaatee dhaabbata.
(BUUSAA)
Jaalalaʼn badne
Yihowaan kan kennu.
Jaalala ʼnnuu.
Nu barbaachisa
Jaalalli jireenyaaf.
Jaalalli qabnu kun,
Nu jalaa hin badin.
(BUUSAA)
Jaalalaʼn badne
Yihowaan kan kennu.
Jaalala ʼnnuu.
Nu barbaachisa
Jaalalli jireenyaaf.
Jaalalli qabnu kun,
Yoomiyyuu nu wajjin
Haa jiraatu.
Bara baraaf
Haa jiraatu.