Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Dimshaasha 2023

Dimshaasha 2023
  • Waajjiroota Damee Dhugaa Baatota Yihowaa: 85

  • Lakkoofsa Biyyoota Gabaasni Dhihaatee: 239

  • Lakkoofsa Waliigalaa Gumiiwwanii: 118,177

  • Lakkoofsa Namoota Ayyaana Yaadannoorratti Argamanii: 20,461,767

  • Namoota Maxinoo fi Wayinicharraa Fudhatan: 22,312

  • Lakkoofsa Babalʼistootaa a isa Guddaa: 8,816,562

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Babalʼistoota Jiʼa Jiʼaan Hojii Lallabaarratti Hirmaatanii: 8,625,042

  • Dhibbeentaa Bara 2022 Irratti Dabalame: 1.3

  • Lakkoofsa Waliigalaa Namoota Cuuphamanii b: 269,517

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Qajeelchitootaa c Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 1,570,906

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Qajeelchitoota Gargaaraa Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 738,457

  • Saʼaatii Waliigalaa Tajaajilarratti Dabarfame: 1,791,490,713

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu d Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 7,281,212

Waggaan tajaajilaa 2023 Fulbaana 1, 2022 hanga Hagayya 31, 2023 kan jirudha.

a Babalʼisaa kan jedhamu nama misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo babalʼisuu ykn lallabuurratti hinaaffaadhaan hirmaatudha. (Maatewos 24:14) Gabaasa kana ilaalchisee ibsa guutuu argachuuf, jw.org irraa mata duree “Addunyaa Irra Dhugaa Baatota Yihowaa Meeqatu Jira?” jedhu ilaali.

b Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼanii cuuphamuuf tarkaanfii fudhatamu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, jw.org irraa mata duree “Dhugaa Baatuu Yihowaa Taʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?” jedhu ilaali.

c Qajeelchaa kan jedhamu Dhugaa Baatuu cuuphamee fi fakkeenya gaarii taʼu, misiraachoo lallabuurratti jiʼa jiʼaan saʼaatii murteeffame dabarsudha.

d Odeeffannoo dabalataa argachuuf, jw.org irraa mata duree “Qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu Dhugaa Baatonni Yihowaa Geggeessan Maali Dha?” jedhu ilaali.