Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Qabiyyee

Qabiyyee

Qabiyyee

Fulbaana 15, 2008

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Sadaasa 3-9, 2008

Yihowaan Bara Duriitti Sabasaa ‘Fureera’

FUULA 3

FAARFANNAA: 11 (85), 16 (143)

Sadaasa 10-16, 2008

Yihowaan “Furii” Keenya

FUULA 7

FAARFANNAA: 2 (15), 4 (43)

Sadaasa 17-23, 2008

Gaa’ela ‘Fo’aa’ Dachaa Sadiin Walitti Fo’me Qabaadhaa

FUULA 16

FAARFANNAA: 14 (117), 23 (200)

Sadaasa 24-30, 2008

Hafuura Biyya Lafaa Kanaa” Mormaa

FUULA 20

FAARFANNAA: 20 (93), 21 (191)

Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa

Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 3-11

Matadureen kun lamaan Faarfannaa 70⁠ffaarratti xiyyeeffatu. Faarfannaa kanarratti Yihowaan “furii” ta’uunsaa ibsameera. Matadureewwan kun, Yihowaan bara duriitti furii ta’uusaa akkamitti akka argisiiseefi yeroo keenyattis akkamitti furii akka nuu ta’u ibsu.

Mataduree Qayyabannaa 3 FUULA 16-20

Yeroo har’aatti, hiriyoonni gaa’elaa tajaajiltoota Yihowaa ta’anillee, gammadoo ta’anii jiraachuun rakkisaa isaanitti ta’uu danda’a. Matadureen kun, Kiristiyaanonni Yihowaan gaa’elasaanii keessa akka jiraatu gochuu akkamitti akka danda’aniifi yommuu rakkinni uumamu maal gochuu akka qaban gorsa hojiirra ooluu danda’u kenna.

Mataduree Qayyabannaa 4 FUULA 20-24

Filannaan, Hafuura Qulqulluutumoo hafuura biyya lafaatu dhiibbaa akka nurratti godhu barbaanna? jedhu nuu dhihaateera. Matadureen kun, akkamitti hafuura qulqulluu argachuu akka dandeenyuufi hafuura biyya lafaa akkamitti mormuu akka dandeenyu ibsa.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

Beekumsa Qabdan Guddifachuuf ‘Qophaa’aa’

FUULA 12

Lafa Gabaatti Lallabuu

FUULA 25

Fakkeenya Yesus Hordofuudhaan Waaqeffannaa Fudhatama Qabu Dhiheessaa

FUULA 26

Dubbiin Yihowaa Jiraataadha—Yaadawwan Ijoo Macaafota Tasaloniiqeefi Ximotewos

FUULA 29

Gaaffii Dubbistootaa

FUULA 32