Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2010

Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2010

Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2010

Maxxansa matadureensaa irratti baʼe

DHUGAA BAATOTA YIHOWAA

Afeerrii Nama Hundaaf Dhihaate (Betʼel), 8/15

Bulgaariyaa, 9/15

Dammaqoo Taʼuu (Fiinlaandi), 7/15

“Garaa Namootaa Tuquuf Na Gargaareera” (buukleetii Neeshinsi jedhamu), 10/15

Kitaaba Dargaggoota Gargaaru (Gaaffii Dargaggootaa, Jildii 2, [Ingiliffa]), 2/15

‘Nuyi Fuula Waaqayyoo Duratti Wanta Arganne Haa Fidnu’ (buusiiwwan), 11/15

Waaqayyoon Tajaajiluuf Yeroonsaa Hin Dabarre (Ispeen), 12/15

Walgaʼii Waggaa, 6/15

JIREENYAAFI AMALAWWAN KIRISTIYAANAA

‘Akkuma Abbaa Keessan Isa Samii Mudaa Kan Hin Qabne Taʼaa!’ 11/15

“Barsiisuuttis Of Kenni!” 7/15

Dhiifama Gochuu Gooftaasaarraa Barateera (Phexros), 4/1

Fira Dhukkubsate Kunuunsuu, 5/15

Guyyaa Sanbataa Kabajuu Qabdaa? 7/1

Haalli Keenya Jijjiiramuyyuu Akkuma Waaqayyo Duratti Fudhatama Argannetti Jiraachuu, 3/15

“Hin Sodaatin! Ani Sin Gargaaraʼo,” 7/15

Ijoolleen Keessan Dubbisuufi Qayyabachuu Akka Jaallatan Godhaa, 7/15

Ijoolleen Keessan Jaarmiyaa Yihowaa Sirriitti Akka Beekan Gargaaraa, 10/15

Ijoolleen Keessan Maal Jedhu? 12/15

Ijoolleen Rakkoowwan Akka Moʼan Gargaaraa, 1/15

Ilaalcha Namoota Baayʼeetiif Hin Moʼaminaa, 8/15

Lammata Cuuphamuu, 2/15

Maanguddoota Kabajaa, 5/15

“Mirga Ijoolleen Karaa Hafuuraa Leenjii Argachuuf Qaban,” 2/15

“Nagaa” Taʼi, 4/15

Olola Seexanaarraa Of Eegaa! 2/15

Rakkina Gaaʼela Keessatti Waggaa Isa Jalqabaatti Uumamu, 10/1

Rakkina Hiriyaa Gaaʼelaatiin Ganamuun Geessisu Dandaʼuu, 6/15

Saʼaatii Kabajuu Kan Qabdu Maaliifi? 8/15

Sababii Dhiheessuu, 10/15

Sammuu Keessan Leenjisaa, 5/15

Warra Hiriyaa Gaaʼelaa, 7/1

Warra Kaanii Wajjin Mana Tokko Keessa Jiraachuu, 2/15

‘Yaada Garaa Qullaaʼaa Qabaadhaa,’ 3/15

Yeroo Hunda Karaa Waaqayyoof Ulfina Fiduun Jiraadhaa, 1/15

Yeroo Hundumaa Amanamaa Taʼuu, 7/1

MACAAFA QULQULLUU

Hisqiʼel 18:20fi Baʼuun 20:5 Wal Hin Faallessu, 3/15

Seenaa Yesus Guutummaatti Ni Ibsaa? 4/1

Tarkaanfiiwwan Dubbisuurraa Buʼaa Argachuuf Gargaaran Torba, 10/1

MATADUREEWWAN ADDADDAA

Aaron Dibicha Warqee Tolchuusaatiif Hin Adabamne, 5/15

Ilaalcha Waaqayyo Dhugaatii Alkooliitiif Qabu, 7/1

Kaaraan—Magaalaa Durii Sochii Guddaan Itti Godhamaa Ture, 5/15

Kiristiyaanummaa Duriifi Waaqayyolii Warra Roomaa, 5/15

Lafti yeroo hundaa nyaata barbaachisu argamsiisuu dandeessii? 7/1

Maarqos Isa ‘Ergamuudhaan Waaʼee Baasu,’ 3/15

Mana Sagadaa, 4/1

Namoonni Gaariin Hundi Gara Waaqaa Dhaquu? 7/1

‘Umriin Ilmaan Namootaa Waggaa 120’ (Uma 6:3), 12/15

Waan Garaashee Keessa Jiru Kadhannaadhaan Waaqayyotti Himatteetti (Haannaa), 10/1

“Warra Moʼee Duulaa Galu” (2Qor 2:14-16), 10/1

‘Wayinii Haaraa, Qalqalloo Moofaatti’ (Luq 5:37, 38), 7/1

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

Aarii Keessan Toʼachuudhaan ‘Waan Gaariidhaan Isa Hamaa Moʼaa,’ 6/15

Amanamummaadhaan Ni Deddeebina! 11/15

‘Billaa Hafuuraa’ Akka Gaariitti Itti Fayyadamaa, 2/15

Bulchiinsi Seexanaa Akka Kufu Mirkanaaʼaadha, 1/15

Bulchiinsi Yihowaa Sirrii Akka Taʼe Mirkanaaʼeera! 1/15

Dargaggootaa—Dhiibbaa Hiriyaa Moʼaa, 11/15

Dargaggootaa—Dubbii Waaqayyootiin Geggeeffamaa, 11/15

Dargaggootaa—Fedhii Yihowaa Tajaajiluuf Qabdan Guddifadhaa, 4/15

Dargaggootaa—Jireenya Keessaniin Maal Gochuu Yaaddu? 11/15

Dhiirotaa, Matummaa Kiristosiif Ni Abboomamtuu? 5/15

Dubartootaa, Seera Matummaatiif Bitamuu Kan Qabdan Maaliifi? 5/15

‘Dubbii Waaqayyoo Ija Jabinaan Dubbadhaa,’ 2/15

Dubbiin Gurratti Tolu Walitti Dhufeenya Cimsa, 6/15

Duraan Dursaatii Yaada Keessan “Qajeelummaa Isaa” Barbaaduutti Hidhaa! 10/15

Duuka Buutuu Kiristos Isa Dhugaa Taʼuukee Argisiisi, 1/15

Eebba Karaa Mootii Hafuura Waaqayyootiin Geggeeffamuun Argamu Haammadhaa! 12/15

Eebba Yihowaa Garaadhaa Barbaadaa, 9/15

‘Eenyutu Yaada Waaqayyoo Beeka?’ 10/15

Furichi Kan Nu Oolchu Akkamitti? 8/15

‘Gaarummaan’ Arraba Keessan Haa Eegu, 8/15

Gara Karaa Jireenyaa Isa Hundumaa Caalutti Baga Nagaan Dhuftan! 2/15

Geggeessaa Keenya Isa Yeroo Ammaatti Hojjechaa Jiru, 9/15

“Geggeessaan Keessanoo Kiristosuma,” 9/15

Gumii Cimsuu Keessan Itti Fufaa, 6/15

Guutummaatti Kiristos Duukaa Buʼaa Jirtuu? 4/15

Guyyaan Yihowaa Maal Saaxila? 7/15

Hafuuraan Geggeeffamuudhaan Murtoo Keessanii Wajjin Walsimaa Jiraadhaa, 3/15

Hafuura Yihowaa Isa Qulqulluu Hin Gaddisiisinaa, 5/15

“Hafuurichii Fi Misirrottiin, ‘Kottu’ In Jedhu,” 2/15

“Hafuurri Qulqulluun Waan Hundumaa . . . Qoree Bira In Gaʼa,” 7/15

“Isin Namoota Attamii Taʼuutu Isiniif Taʼa Ree?” 7/15

Kan Yihowaa Taʼuun Ayyaana Waaqayyoo Argachuudha, 1/15

Karra Tokko, Tiksee Tokko, 3/15

Maqaa Eenyuufi Maaliitiin Cuuphamuu Qabna? 3/15

Midhaan Hafuuraa Sassaabuu Isa Guddaarratti Guutummaatti Hirmaadhaa, 7/15

Namoota Hidhata Amantii Keessan Taʼaniif Ulfina Kennuuf Dursa Ni Fudhattuu? 10/15

Obbolootaa—Hafuuraan Facaasuudhaan Itti Gaafatamummaa Fudhachuuf Carraaqaa! 5/15

‘Qajeelonni Akka Biiftuu In Ifu,’ 3/15

Saba Waaqayyoo Gidduu Jiraachuudhaan Eegumsa Argadhu, 6/15

Sochiiwwan Hafuuraatiin Boqonnaa Argadhaa, 6/15

Tokkummaan Kiristiyaanotaa Waaqayyoof Ulfina Fida, 9/15

Tokkummaan Waaqeffannaa Dhugaa Addaan Baasee Beeksisa, 9/15

Waaqeffannaa Dhugaadhaaf Kan Hinaaftan Taʼaa, 12/15

Walgaʼiiwwan Gumii Kan Nama Cimsan Akka Taʼan Gumaacha Ni Gootaa? 10/15

Wantoota Waaʼee Hin Baasnerraa Ija Keessan Deebisaa! 4/15

Warra Gargaarsaaf Iyyan Oolchuu Kan Dandaʼu Eenyudha? 8/15

“Yeroon Jaallatamee Fudhatame Amma,” 12/15

Yesus, Waaqayyo Qajeelaa Taʼuusaa Kan Mirkaneesse Akkamitti? 8/15

Yihowaan, Gooftaa Hundumaa Gararraa Jirudha! 11/15

Yihowaadhaaf Kan Of Murteessitu Maaliifi? 1/15

Yihowaa Faarfadhaa! 12/15

Yihowaan Kaayyoosaa Galmaan Gaʼuuf Hafuura Qulqulluutti Kan Fayyadamu Akkamitti? 4/15

SEENAA JIREENYAA

Humna Dhugaan Macaafa Qulqulluu Qabu (V. Firaaʼez), 12/15

‘Iji Hojiisaa Isa Duukaa Buʼeera’ (T. Jaaraaz), 11/15

Jaarmiyaa Yihowaa Keessatti Hojiidhaan Qabamuu (V. Zuubkoo), 10/15

Qorumsa Dandaʼuun Amanannaa Yihowaarratti Qabnu Nuu Cimseera (A. Deloo Istriitoo), 4/15

Yeroo Guddinni Dinqisiisaan Argametti Tajaajiluu (H. Haariis), 9/15

YESUS KIRISTOS

Abboomamuu Barateera, 4/1

Dubartii Cubbamtuun Cubbuunshee Ni Dhiifameef, 8/15

Kiristos Kan Jedhame Maaliifi? 4/1

Mikaaʼel Isa Angafa Ergamootaatii? 4/1

Nama Addunyaa Kana Jijjiire, 4/1

Nama Taʼee Jiraachuusaatiif Ragaa Maaliitu Jira? 4/1

YIHOWAA

Akka Abbaakeetti Ilaaltaa? 2/15

Iyya Warra Gad Deebiʼanii Ni Dhagaʼa, 11/15

Kanaʼaanotarratti Waraana Labse, 1/1

‘Mootummaankee Jabaatee In Jiraata’ (Daawit), 4/1

“Nagaa” Akka Taatu Barbaada, 4/15

Waaqayyo Jalqaba Qabaa? 10/1

Waaqayyoon Maqaasaatiin Isa Beekuu, 10/1

Yihowaan Akka Si Gaafatu Ni Heyyamtaa? 4/15