Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Barumsan Macaafa Qulqulluurraa Argadhu

Barumsan Macaafa Qulqulluurraa Argadhu

Barumsan Macaafa Qulqulluurraa Argadhu

WAGGAA 3⁠FI ISAA GADIIF

Lafa eenyutu uume?

Galaana eenyutu uume?

Anaa fi siin eenyutu uume?

Billaacha baallee bareedaa qabdu eenyutu uume?

Waan hundumaa kan uume Yihowaadha Mulʼata 4:11

WANTA GOCHUU QABDU

Mucaakee barsiisi:

Maqaan Waaqayyoo eenyudha?

Yihowaan eessa jiraata?

Maalfaa uume?

Mucaankee wantoota kana akka sitti argisiisu gaafadhu:

Urjii Duumessa Aduu

Bidiruu Lafa Mana

Galaana Billaacha