Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Fulbaana 4-10

ASTEER 1-2

Fulbaana 4-10

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 106

  • Hiriyoonni Kee Maal Jedhu?—Waaʼee Dhaabbii Toluu: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Waaʼee qaama keenyaa ilaalcha sirrii qabaachuun ulfaataa kan taʼe maaliifi?

    Dhugaan buʼuuraa 1 Pheexiros 3:3, 4 irratti argamu waaʼee ofii keenyaa ilaalcha sirrii qabaachuuf kan nu gargaaru akkamitti?

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 10) Viidiyoo jiʼa Fulbaanaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 56, ibsa dabalataa 6 fi 7

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 101 fi Kadhannaa