Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Akka Asteer Gad Of Qabuuf Carraaqqii Godhaa

Akka Asteer Gad Of Qabuuf Carraaqqii Godhaa

[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Asteer jedhamu taphachiisi.]

Asteer shamarree baayʼee bareedduu turte (As 2:7)

Asteer namoonni kan ishii jajatanii fi garmalee kan ishii dinqisiifatan taʼus gad of qabdee jiraatteetti (As 2:9, 15; w17.01 25 key. 11; ia 150 key. 15)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Dubbii fi gochi koo ilaalchan ofiif qabu ilaalchisee maal mulʼisa?’—w17.01 25 key. 12.