Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Fulbaana 11-17

ASTEER 3-5

Fulbaana 11-17

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 65

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Asteer Ija Jabina Argisiisteetti: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis kan dandaʼamu taanaan ijoollee filadhuutii akkana jedhii isaan gaafadhu: Akkuma Asteer karaawwan kamiin ija jabina argisiisuu barbaaddu?

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 57

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 125 fi Kadhannaa