Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Warri Kaan Wanta Isaaniif Dand⁠a⁠ʼame Hunda Akka Godhan Gargaaraa

Warri Kaan Wanta Isaaniif Dand⁠a⁠ʼame Hunda Akka Godhan Gargaaraa

Mordekaay ija jabeessaa fi Yihowaadhaaf amanamaa ture (As 3:2-4; it-2-E 431 key. 7)

Mordekaay Asteer saba ishii deggeruuf wanta ishiidhaaf dandaʼame hunda akka gootu ishii gargaareera (As 4:7, 8; it-2-E 431 key. 9)

Asteer ija jabeettii akka taatuu fi Yihowaatti akka amanamtu ishii jajjabeesseera (As 4:12-14; ia 153-154 key. 22-23)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Dubbiin koo fi gochi koo obboloonni gumii keessa jiran wanta isaaniif dandaʼame hunda akka godhan kan gargaarudha?’