Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Barumsa Akka Gaariitti Waliin Haas⁠a⁠ʼuu Ilaalchisee Argannu

Barumsa Akka Gaariitti Waliin Haas⁠a⁠ʼuu Ilaalchisee Argannu

Asteer dubbachuudhaaf yeroo sirrii taʼe obsaan eeggatteetti (As 7:2; ia 161 key. 15-16)

Malaa fi kabajaan dubbatteetti (As 7:3; ia 162 key. 17)

Iftoominaan kan dubbattuu fi amanamtuu turte (As 7:4; ia 162-163 key. 18-19)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yeroon miseensota maatii koo wajjin dubbadhutti, fakkeenya Asteer hordofuu kanan dandaʼu akkamitti?’