Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Jaalalli Waaqayyoo Inni Amanamaan Sobawwan Seexanaa Irraa Nu Eega

Jaalalli Waaqayyoo Inni Amanamaan Sobawwan Seexanaa Irraa Nu Eega

Seexanni namoonni wanti hamaan akka gaʼu kan godhu Yihowaadha jedhanii akka amanan barbaada (Iyo 8:4)

Seexanni Yihowaadhaaf amanamoo taʼuun keenyas taʼe taʼuu dhiisuun keenya Yihowaadhaaf jijjiirama hin qabu jennee akka yaannu barbaada (Iyo 9:20-22; w15-AM 7/1 12 key. 3)

Jaalalli Yihowaa inni amanamaan sobawwan Seexanaatiin akka hin gowwoomfamnee fi amanamummaa keenya eegnee akka jiraannu nu gargaara (Iyo 10:12; Fr 32:7, 10; w21.11 6 key. 14)

AKKAS GOCHUUF YAALI: Qorumsa keessatti of cimsuuf, karaawwan Yihowaan jaalala amanamaa sitti argisiise hubachuuf yaali; wanta hubatte barreeffadhu; akkasumas yeroo yerootti irra deebiʼii ilaali.