Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Maree Fakkeenya T⁠a⁠ʼu

Maree Fakkeenya T⁠a⁠ʼu

DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Mootummaan Waaqayyoo maalidha?

Caqasa: Isa 9:6, 7 ykn Mat 6:9, 10

Yeroo Itti Aanuuf: Mootummaan Waaqayyoo maal raawwata?

CAQASOOTA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI:

DEDDEEBII GAAFFII

Gaaffii: Mootummaan Waaqayyoo maal raawwata?

Caqasa: Fr 72:16 ykn Mat 14:19, 20

Yeroo Itti Aanuuf: Mootummaan Waaqayyoo lafa kan bulchu yoomi?

FAARFANNAA 72:16 MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI: