Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa Fi Dammaqaa! 2020

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa Fi Dammaqaa! 2020

Maxxansa mata dureen isaa irratti baʼe kan argisiisu

MASARAA EEGUMSAA MAXXANSA QOʼANNAA

KITAABA QULQULLUU

  • Arkiʼooloojiin gaʼee Belshaazaar qabu ni mirkaneessaa? Gur.

JIREENYAA FI AMALAWWAN KIRISTIYAANAA

  • Garraamummaa—Amalli Kun Kan Nu Fayyadu Akkamitti? Cam.

  • Itti Gaafatamummaa Keessan Hinaaffaadhaan Raawwadhaa! Mud.

  • Of Toʼachuu—Yihowaa Biratti Fudhatama Argachuuf Amala Barbaachisu, Wax.

DHUGAA BAATOTA YIHOWAA

  • 1920—Waggoota Dhibba Tokko Dura, Onk.

  • Yeroo Harʼaa Sagalee Malakataa Dhagaʼanii Tarkaanfii Fudhachuu, Wax.

  • Eebba Guddaa Namoonni Biyya Dhalootaa Isaanitti Deebiʼan Argatan, Sad.

SEENAA JIREENYAA

  • “Kunoo, Nuti Jirra! Nu Ergaa!” (Jaakii fi Maarliin Beergaamiin), Bit.

  • Wantin Hojjedhe, Wantan Hojjechuu Qabu Dha (Doonaaldi Riidliin), Ado.

  • “Yihowaan Na Hin Irraanfanne” (Maarki Heermaan), Sad.

  • Fakkeenyota Gaarii Irraa Barachuun Koo Eebba Hedduu Naaf Argamsiiseera (Liyoons Kiriipoolt), Gur.

MATA DUREEWWAN ADDA ADDAA

  • Israaʼeloonni Gibxiitti Garboota Akka Turan Ragaa Argisiisu, Bit.

  • Yeroo Dhumaatti Mootummoota Wal Morkatan, Cam.

GAAFFII DUBBISTOOTAA

  • “Firiin hafuuraa” amaloota Galaatiyaa 5:22, 23 irratti ibsaman qofadhaa? Wax.

  • Yaadni 1 Qorontos 15:29 irratti argamu, Kiristiyaanonni warra duʼaniif jecha cuuphamaa akka turan argisiisaa? Mud.

  • Lallabni 5:8 bulchitoota namootaa qofa argisiisa moo Yihowaas ni dabalata? Fulb.

  • Fakkeenyi 24:16 nama irra deddeebiʼee cubbuutti kufu argisiisaa? Mud.

  • Yesuus Luba Ol Aanaa kan taʼe yoomi? Yeroo kakuu haaraan itti raggaasifamee fi hojii irra oole gidduu hoo garaa garummaan jiraa? Ado.

  • Eegdonni mana qulqullummaa Yihudootaa eenyufaa turan? Itti gaafatamummaan isaanii hoo maal ture? Bit.

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA

  • Yeroo Nagaa Ogummaadhaan Fayyadamaa, Fulb.

  • Haleellaa Karaa Kaabaa Dhufu! Ebla

  • “Magaalaa Hundee Dhugaa Qabu” Eeggachaa Jirtaa? Hag.

  • Namoota Kan Qabdan Taʼuuf Qophooftaniittuu? Fulb.

  • Cuuphamuuf Qophoofteettaa? Bit.

  • Wanti Itti Amantu Dhugaa Taʼuu Isaa Mirkaneeffadhu, Ado.

  • ‘Harki Kee Hin Boqotin,’ Fulb.

  • Hamma Yaaduu Qabdan Caalaa Waaʼee Ofii Keessanii hin Yaadinaa, Ado.

  • Kennaawwan Waaqayyoo ni Dinqisiifattaa? Cam.

  • Obboleettota Deggeraa, Fulb.

  • ‘Dhaqaatii Namoota Barattoota Godhaa,’ Ama.

  • “Wanta Imaanaadhaan Sitti Kenname Jabeessii Eegi,” Fulb.

  • “Warri Duʼan kan Kaafaman Akkamitti?” Mud.

  • Naannoo Tajaajilaa Keessaniif Ilaalcha Akkamii Qabdu? Ebla

  • Qoʼattoonni Kitaaba Qulqulluu Guddina Godhanii Akka Cuuphaman Gargaaruu—Kutaa Tokko, Onk.

  • Qoʼattoonni Kitaaba Qulqulluu Guddina Godhanii Akka Cuuphaman Gargaaruu—Kutaa Lama, Onk.

  • Warri Kaan Ajaja Kiristoos Akka Eegan Gargaaruu kan Dandeenyu Akkamitti?, Sad.

  • Abdii Kutachuu Ofirraa Ittisuu Kan Dandeessu Akkamitti?, Mud.

  • “Michoota Jedhee Isin Waameera,” Ebla

  • “Ani Ofii Kootii Hoolota Koo Nan Barbaada,” Wax.

  • Yihowaan Jaarmiyaa Isaa Geggeessaa Jira, Onk.

  • Abbaa Keenya Yihowaa Baayʼee Jaallanna, Gur.

  • ‘Yihowaan Warra Abdii Kutatan ni Oolcha,’ Mud.

  • Waaqni Keessan Yihowaan Iddoo Guddaa Isiniif Kenna! Ama.

  • Dhugaadhaan Deddeebiʼuu Keessan Itti Fufaa, Ado.

  • Yihowaan Isin haa Tasgabbeessu, Gur.

  • “Maqaan Kee Haa Qulqullaaʼu,” Wax.

  • Dhaggeeffadhaa, Hubadhaa, Gara Laafinas Argisiisaa, Ebla

  • Yeroo Gara Fuulduraa ‘Kallattiidhaan Fuulduratti Ilaalaa,’ Sad.

  • Jaalalli Yihowaadhaaf Qabdan Cuuphamuuf Isin Kakaasa, Bit.

  • Cimsaa Wal Jaalladhaa, Bit.

  • Hinaaffaa Irraa Fagaachuudhaan Nagaa Hordofaa, Gur.

  • Iddoo Warri Kaan Gumii Keessatti Qaban Kabajaa, Hag.

  • “Gara Kootti Deebiʼaa!,” Wax.

  • ‘Dorgommicha Hamma Dhumaatti Fiigaa,’ Ebla

  • Kennaawwan Ijaan hin Argamneef Dinqisiifannaa Qabdan Argisiisaa, Cam.

  • Yihowaan Gargaaraa Keessan Waan Taʼeef Ija Jabaadhaa, Sad.

  • Bara Dhumaatti ‘Mootiin Kaabaa’ Eenyu? Cam.

  • Duʼaa Kaʼuun—Abdii Amansiisaa dha! Mud.

  • Duʼaa Kaʼuun Jaalala, Ogummaa fi Obsa Waaqayyoo Mulʼisa, Hag.

  • “Hafuurichi Ofii Isaa Hafuura Keenyaa Wajjin Taʼee Dhugaa Baʼa,” Ama.

  • Maqaa Kee Akkan Sodaadhuuf Nama Garaa Tokkichaa na Godhi!, Wax.

  • Gad Of Qabuu fi Humna Kee Beekuudhaan Waaqa Kee Wajjin Deddeebiʼi, Hag.

  • Abbaa Keenya Yihowaa Baayʼee Jaallanna, Gur.

  • Nuti Isinii Wajjin Deemna, Ama.

  • “Ani Yeroon Dadhabu Yeroo Sanatti Humna Qaba,” Ado.

  • Dubbachuuf Yeroon Sirrii Taʼe Yoomi? Bit.

  • Yeroo Ammaatti ‘Mootiin Kaabaa’ Eenyu? Cam.

  • Ijoolleen Keessan Yommuu Guddatan Waaqayyoon ni Tajaajiluu? Onk.

  • Sirreeffama Gochuu Keessan Itti Fuftuu? Sad.

  • “Madda Jajjabinaa Guddaa” Taʼuu ni Dandeessu, Ama.

  • Gumii Yihowaa Keessatti Iddoo Qabda! Hag.

MASARAA EEGUMSAA MAXXANSA SABAA

  • Eebba Bara Baraa Waaqa Jaalalaa Irraa Argamu, Lakk. 3

  • Barbaacha Dhugaa Argachuuf Godhame, Lakk. 1

  • Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha? Lakk. 2

DAMMAQAA!

  • Rakkinni Kan Nu Irra Gaʼu Maaliifi? Lakk. 2

  • Dhiphina Irraa Boqonnaa Argadhu, Lakk. 1

  • Jibbi Halaalaa Furmaata Qabaa? Lakk. 3