Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa! 2021

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa! 2021

Maxxansa mata dureen isaa irratti baʼe kan argisiisu

MASARAA EEGUMSAA MAXXANSA QOʼANNAA

KITAABA QULQULLUU

  • Barreeffamni bara durii tokko Kitaaba Qulqulluu kan deggeru akkamitti? Ama.

JIREENYAA FI AMALAWWAN KIRISTIYAANAA

  • Warra Kaanii Wajjin Waltaʼiinsaan ni Hojjettaa? Mud.

  • Michummaa Yihowaa Wajjin Qabdu Haareffadhu, Onk.

DHUGAA BAATOTA YIHOWAA

  • 1921—Waggoota Dhibba Tokko Dura, Onk.

SEENAA JIREENYAA

  • “Warra Kaan Irraa Waan Hedduu Baradheera!” (luwii biree), Cam.

  • Yihowaan ‘Daandii Koo Wal Naaf Qixxeesseera’ (Istiivan Haardii), Gur.

  • Tajaajila Yihowaa Keessatti Yeroo Gammachiisaa Dabarseera (Joon Kiikoot), Ado.

  • Jireenya Kaayyoo Qabu Jiraachuuf Carraaqqii Gochaan Ture (Maartiin Withoolti), Sad.

  • “Amma Tajaajila Nan Jaalladha!” (Vaaneesaa Viisinii), Ebla

  • Murtoo Koo Hundumaa Irratti Yihowaadhaaf Dursa Kenneera (Diiyaa Yaazbeek), Wax.

  • Hojii Yihowaan Nuu Kenne Matumaa Diduu Akka Hin Qabne Baranneerra (Kaatiliin Loogaan), Ama.

MATA DUREEWWAN ADDA ADDAA

  • Buʼaa Gaarii Seequudhaan Argame, Gur.

  • Bara Yoonaas booda Nanawwee irra maaltu gaʼe? Sad.

  • Bara duriitti dhallaadduun bidiruu hojjechuuf ni tajaajila turee? Cam.

  • Namoonni bara Yesuus turan gibira gosa akkamii kaffalaa turan? Wax.

GAAFFII DUBBISTOOTAA

  • Dhugaa Baatonni Yihowaa weebsaayitiiwwan hiriyaa gaaʼelaa barbaaddachuuf qophaaʼanitti fayyadamuu qabuu? Ado.

  • Ajajni Leewwota 19:16 irra jiruu fi “Lubbuu namaa balleessuuf hin kaʼin” jedhu hiika maalii qaba? Mud.

  • Phaawulos ergamaan, “Ani karaa seerichaa seerichaaf duʼeera” yeroo jedhu maal jechuu isaa ti? (Gal. 2:19), Wax.

  • Yesuus duʼuu isaa dura yaada Daawit Faarfannaa 22:1 irratti dubbate kan caqase maaliifi? Ebla

  • Kiristiyaanonni appilikeeshinoota ergaa walii erguuf gargaaranitti yommuu fayyadaman of eeggannoo gochuu kan qaban maaliifi? Bit.

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA

  • Yihowaa Obsaan ni Eeggattaa? Hag.

  • Hundi Keenya Barattoonni Kitaaba Qulqulluu Akka Cuuphaman Gargaaruu Dandeenya, Bit.

  • Wal Morkii Kakaasuu Irraa Fagaachuudhaan Nagaa Babalʼisaa! Ado.

  • Hojii Barattoota Gochuu Irratti Hirmaachuu ni Dandeessaa? Ado.

  • Iddoo Maatii Yihowaa Keessatti Qabduuf Bakka Guddaa Kenni, Hag.

  • Furicha Dinqisiifachuu Keessan Itti Fufaa, Ebla

  • Jaalala Amanamaa Walitti Argisiisuu Keessan Itti Fufaa, Sad.

  • ‘Isa Dhagaʼuu’ Keessan Itti Fufaa, Mud.

  • Abdii hin Kutatinaa! Onk.

  • “Warra Xixinnoo Kana” hin Gufachiisinaa, Wax.

  • Jaalala Yihowaa fi Obboloota Keetiif Qabdu Cimsadhu, Fulb.

  • Mirga Qabdutti Gammadi, Hag.

  • ‘Faana Kiristoos Dhiheenyatti Hordofaa,’ Ebla

  • Namoonni Kitaaba Qulqulluu Qoʼachiistan Akka Cuuphaman Gargaaraa, Wax.

  • Amantii Cimaa Dhugaa Irratti Qabdu Jabeessii Qabadhu, Onk.

  • Amantiin Kee Hammam Cimaa Dha? Sad.

  • Kitaaba Qulqulluu Irraa Jabina Argachuu Kan Dandeenyu Akkamitti? Bit.

  • Yeroo Qorumsaatti Gammachuu Keenya Eeggachuu kan Dandeenyu Akkamitti? Gur.

  • Jabaatanii Dhaabbachuu Irratti Fakkeenya Yihowaa Hordofaa, Ado.

  • “Ani Saboota Hundumaa Nan Sochoosa,” Fulb.

  • Yihowaan Iddoo Guddaa Siif Kenna! Ebla

  • Yihowaan Jabina Siif Kenna, Cam.

  • Yihowaan Isin Eega—Akkamitti? Bit.

  • Tasgabbaaʼaa Yihowaatti Amanamaas, Ama.

  • Jaalala Hoʼaa Horachuu Keessan Itti Fufaa, Ama.

  • Jechoota Dhumaa Yesuus Dubbate Irraa Maal Baranna? Ebla

  • ‘Barataa Yesuus Jaallatu’ Irraa Barumsa Argannu, Ama.

  • Sagalee Tiksee Isa Gaarii Dhagaʼaa, Mud.

  • Jaalalli Jibba Dandamachuuf Nu Gargaara, Bit.

  • Tajaajila Keessaniif Ilaalcha Sirrii Qabaadhaa, Cam.

  • Hiriyoonni Gaaʼelaa Dhiheenyatti Gaaʼela Dhaabbattan Yihowaa Tajaajiluu Irratti Xiyyeeffadhaa, Sad.

  • Wanti Kam Iyyuu Qajeelota hin Gufachiisu, Cam.

  • Guddina Gootutti Gammadi! Ado.

  • Amantii Uumaa Irratti Qabdu Cimsadhu, Hag.

  • Gaarummaa Yihowaa “Dhandhamaa Ilaalaa”? Hag.

  • Tuutni Uummataa Guddaan Hoolota Kan Biroo Taʼan Waaqayyoo fi Kiristoos Jajatu, Ama.

  • “Mataan Dubartii Dhiira,” Gur.

  • ‘Mataan Dhiira Hundumaa Kiristoosi Dha,’ Gur.

  • Maanguddoota Amanamoo Taʼaniif Iddoo Guddaa Kennaa, Fulb.

  • Matummaa Gumii Keessa Jiru Hubachuu, Gur.

  • Dargaggoota Gumii Keessa Jiraniif Iddoo Guddaa Kennaa, Fulb.

  • Waaqa “Gara Laafinni Isaa Guddaa” Taʼe Tajaajilla, Onk.

  • Jaalalli Yihowaa Inni Amanamaan Siif Hiika Akkamii Qaba? Sad.

  • Garaadhaa Yaada Geddarachuu Jechuun Maal Jechuu Dha? Onk.

  • Akkaataa Warra Kaan Itti Qabnu Ilaalchisee Kitaaba Leewwotaa Irraa Maal Baranna? Mud.

  • Yeroo Namni Jaallannu Yihowaa Dhiisu Haala Isaa Dandamachuu, Fulb.

  • Yesuusitti ni Gufattaa? Cam.

  • Yihowaan Yeroo Hundumaa Sii Wajjin Waan Jiruuf, Matumaa Kophaa Kee hin Taatu, Wax.

  • Kiyyoo Seexanaa Keessaa Baʼuu ni Dandeessa! Wax.

  • “Qulqulloota Taʼaa,” Mud.

  • Dargaggootaa—Amanannaa Warra Kaanii Argachuu kan Dandeessan Akkamitti? Bit.

MASARAA EEGUMSAA MAXXANSA SABAA

  • Addunyaa Haaraan Dhihaateera, Lakk. 2

  • Abdii Amansiisaa Qabaachuu kan Dandeessu Akkamitti? Lakk. 3

  • Kadhachuu Kan Qabdu Maaliifi? Lakk. 1

DAMMAQAA!

  • Uumaatti Amanuu Qabdaa?—Situ Murteessa, Lakk. 3

  • Teknooloojiin Gooftaa moo Tajaajilaa Kee Ti? Lakk. 2

  • Ogummaa Jireenyaa fi Gammachuu Argamsiisu, Lakk. 1