Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Walgaʼii Guddaan Gaʼeera!

Walgaʼii Guddaan Gaʼeera!

Buufadhu:

  1. 1. Yeroon gaʼe, barteettaa?

    Anʼ deemuufi, atoo qophoofteettaa?

    Galatoomi,

    Qophaaʼeera.

    Obboloota koo

    Argachuuf hawweera.

    Walgaʼii guddaa!

    (BUUSAA)

    Nan deema mana Yihowaa,

    Iddoo hunda naaf caala

    Nan dhaqa mana Yihowaa

    Obboloota koo wajjin.

  2. 2. Michuu taana,

    Ana faana

    Maaliif dhuftee hin teessu na bira?

    Yaadannoofaa

    Ni qabanna.

    Waaʼee abdichaa

    Wal faana faarfanna!

    Walgaʼii guddaa!

    (BUUSAA)

    Nan deema mana Yihowaa,

    Iddoo hunda naaf caala

    Nan dhaqa mana Yihowaa

    Obboloota koo wajjin.

    Nan deema mana Yihowaa,

    Iddoo hunda naaf caala.

    Gaʼee koo nan baʼa hunda gammachiisuuf

    Obboloota koo wajjin.