Dhimma ijoo ta'etti seeni

Daawwannaa Beetel

Waajjiroota damee keenya warra Beetel jedhamanii beekaman akka daawwattu si affeerra. Waajjiroonni keenya tokko tokko agarsiisawwan daawwachiistota malee ilaalaman qabu.

Daawwannaan Deebiʼee Jalqabameera: Biyyoota hedduu keessatti Waxabajjii 1, 2023 irraa kaasee waajjiroota damee keenya deebinee daawwachiisuu jalqabneerra. Odeeffannoo dabalataa argachuuf waajjira daawwachuu barbaaddu qunnami. Maaloo Kooviid-19 yoo sirratti argame, mallattoo qufaa ykn utaalloo yoo qabaatte ykn dhiheenyatti nama Kooviid-19n qabame wajjin wal argiteetta yoo taʼe hin dhufin.

Jaappaan

Odeeffannoo Daawwannaa

Daawwachuuf Beellama Qabsiisi

Beellama Kee Ilaali ykn Jijjiiri

Birooshura Daawwannaa Buufadhu

Agarsiisa

Dhaala Keenya. Agarsiisni kun Yihowaan hojii lallabaa waggoota 100 oliif Jaappaanitti hojjetamaa ture akkamitti akka eebbise ibsa. Daawwattoonni meeshaalee addaa lallabuuf itti fayyadamanii fi hojii misiyoononni hojjetan dabalatee seenaa Dhugaa Baatota Yihowaa biyya kana keessa turanii ilaaluu dandaʼu.

Kitaaba Qulqulluu Jaappaan Keessatti. Agarsiisni kun Kitaaba Qulqulluu Afaan Jaappaaniin qophaaʼe isa jalqabaa dabalatee Kitaabota Qulqulluu iddoo baayʼeetti hin argamne qabateera.

Teessoo fi Lakkoofsa Bilbilaa

Kallattiisaa Ilaali