Dhimma ijoo ta'etti seeni

Kitaabota Kitaaba Qulqulluu Yaadachuu (Kutaa 1ffaa)

Kitaabota Kitaaba Qulqulluu Yaadachuu (Kutaa 1ffaa)

Kitaabota Kitaaba Qulqulluu yaadachuuf shaakali. Mee Kitaabota Qulqullaaʼoo Afaan Ibrootaa muraasa isaaniitiin jalqabi.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

GILGAALOTA MICHUU YIHOWAA TAʼI

Kitaabota Kitaaba Qulqulluu Yaadachuu (Kutaa 2ffaa)

Kaardiiwwan kutamanii baʼuu dandaʼan kana Kitaabota Qulqullaaʼoo Afaan Ibrootaa Ermiyaasii hanga Miilkiyaas jiran yaadachuuf itti fayyadami.

GILGAALOTA MICHUU YIHOWAA TAʼI

Kitaabota Kitaaba Qulqulluu Yaadachuu (Kutaa 3ffaa)

Kaardiiwwan kana Kitaabota Qulqullaaʼoo Afaan Giriikii Maatewosii hanga Mulʼataa jiran yaadachuuf itti fayyadami.

BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU

Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee

Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.